Qola muuzii, burtukaanaa fi fuduraalee fi muduraalee kaanii gatuurra soorataaf oolchuun akka danda'ama'u gorsa saayinsiin. Akka qorannoon jedhuutti fuduraaleefi koduraalee qillisaanii bu'aa olaanaa ...